wanti hundi duritti hafe, nyaatis,fuutis, sirbis, haasan maanguddoos hundi duritti hafe !!! inni amma arbsoof hin bareeduu eebbaaf hin bareeduu , an ergan carraa gurrakoon sirba afaan oromoo dhaggeeffachuu eegale ,sirboota duriifi akkasumas instrumentii kan lageen ,mukeen fi dachee Oromoo agarsiisan dhaggeeffachuun hawwaa ,eegaa beektota kan fuula artii ,irra hojjettan hedduu galatoomaa!!!
ergaa Gabaabdu amma an qabu :sirbitoota Keenya ammayyaaf akka armaan gadiiti innis haala ammayyaa qofa maaf hordoftu kan durii sana irra caalaa maaf urratti nuuf hin hojjettan ,?? akkataa baraafi yeroo qaaman yoo fakkattan hojii keessan gara lachuun hojjechuun hin dandaa'ama jedheen yaada ,.again #Oda club thank you for your 50 all Oromo old song you put in this place but we need more .!!
Damee Tokkichoow ilma Abbasaa
Obbo Dibaabaa Suuraga
Best songs
sirba yoo janne jara lamaan khana dhageyfachudha
umrin isani nuf yaa dheratu bakka jiruttii nuf ha turu naga kessattii akka lubbuu kenyattii jalannaa
Mike mouse
What nice music we Love you Ali Birra & Ali shabbo i would like to add ade Bontu Oromo Hallo Dawe Long life from Canada
Nuf jiradha issinin boona bagumaa oromo tahe dhaladhe na boonsitani fayyaa taha umrii dheeradha
Artist Ali birraa ofkolii jiraadhu senaaf adaa oromoo sabaaf ibsuu keef sagaleen kee ammallee hindadhabin
Ali is a legendary Oromo Musician
timeless music
Long life to Ali
wow
heduun sijaledha alli
Ali shebo is the best
Ali birra nuti oromoni marti umri dhetu sif hawina
je aime bien cette chanson

yaada keysan ummatafi haagalchu
love this song many memories
rabbiin galata keessan bilisummaan isinii haa debisu
Bira always Bira
Comments are closed.