7 COMMENTS

  1. sirbiifi yaadni hojiin editing gaariidha. Garuu mee ilaala loogo namni kun ittii edit godhe…loogoo yookiin baala asxaa fakkatu keessa ኒሞና yookiin NIMONA kan jedhu qubee afaan Amaaraatiin irratti barreessee jira. Namni kun kan hojjatu garuu hojii Oromooti. Amma immoo kunoo loogoo lammaffaa arogaadee bicaa qayyii gubbaan itti nuuf dabale ka!…"Kan haati booqaa qabdu, ilmoon balaccuu hin dhabdu" jedha Oromoon…..

LEAVE A REPLY